Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Yaa’ii idilee 1ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Yaa’ii idilee 1ffaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan turu yoo ta’uu, gabaasni raawwii hojii mootummaa naannichaa dhiyaachuun erga irratti mari’atamee booda ni ragga’aan eegama.
Manni marichaa labsiiwwanii fi muudamoota garaagaraa dhiyaatanis qorachuun ni raggaasiisaan kan eegamu ta’uu ibsameera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.