Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa boqachuu aadde Natsaannat Asfaawin gadda iitti dhaga’ame ibse

Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI boqachuu aadde Natsaannat Asfaawin gadda itti dhaga’ame ibse.

Manni marichaa ibsa har’a baasen, aadde Natsaannat Asfaaw mana marichaatti gargaartuu waamamtuu mootummaa ta’uun tajaajilaniiru.

Manni marichaa boqachuu aadde Natsaannat Asfaawin gadda itti dhaga’ame ibsuun, maatii fi firoottan isaanitiif jajjabina hawweera,

Aadde Natsaannat Asfaaw dhukkubsatanii wallaansa argachaa turanis guyyaa kaleessaa boqataniiru.

Aadde Natsaannat ministir deettaa Ministeera Koominikeeshinii, Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaatti daayreektara dhimmoota nageenyaa ta’uudhan tajaajilaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.