Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa fi dhaabbilee itti waamamoo waliin naannoo Harariitti sagantaa ashaaraa magariisaa gaggeesse

 

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa FDRI fi dhaabbileen mana marichaan wamaaman naannoo Harariitti sagantaa Ashaaraa magaarisaa gaggeessuu fi mana harka qalleeyyii haaromsaniiru.

Manni maree Bakka Bu’oota Uummataa fi dhaabbilee itti waamamoon bakka hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo naannichaa argamaniiti giddugalaa aadaa Hamaareesaatti biqiltuu dhaabaniiru.

Hoggantoonni kunneen dabalataanis naannichaatti aanaa Haakimiitti argamuun manneen harka qalleeyyii baasiisaa danda’uun haaromsaaniiru.

Manni maree Bakka Bu’oota Uummataa fi dhaabbilee itti waamamoon tajaajila tola oltootaatin naannoo Hararii aanoolee 14 keessaatti mana harka qalleeyyii akka haaromsaan ragaan mana marichaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.