Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa hayyoota hojii Riifoormii keessatti qooda olaanaa ba’aniif beekkamtii laate

Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hayyoota hojii Riifoormii keessatti qooda olaanaa ba’aniif beekkamtii fi badhaasa laateera.
Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon jijjiirrama biyyaalessaa hordofee hayyoota waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuun, mana marichaa ammayyeessuu keessaatti galtee olaanaa argachuun danda’amuu sirna beekkamtii fi badhaasichaarratti kaasaniiru.
Sagantichaan Dooktar Eeliyaas Nuur, obbo Shifarraa Waldamikaa’eel, obbo Zannabaa Bulqaa fi obbo Zakaariyaas Eerkoolaaf beekkamtii fi baadhaasni laatamuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.