Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa mana Jireenyaa ba’e raggaasiise

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa mana Jireenyaa ba’e qorachuun raggaasiseera.
Mana marichaatti Waamamaan Mootummaa Obbo Tasfaayee Baljigeen labsicha ilaalchisee miseensota mana marichaaf ibsa taasiisaaniiru.
Manni Marichaa Walga’ii Idilee 19ffaa har’a gaggeesseen wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa Mana Jireenyaa ba’e qorachuun kan sagalee hin laanne 2 fi sagalee caalmaan raggaasiseera.
Haaluma kanaan wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa mana Jireenyaa kun labsii lakkoofsa 1320/2016 ta’uun ragga’eera.
Shaambal Mihiratitu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.