Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga’ii Idileesaa 8ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga’ii Idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa, kan waggaa 6ffaa Galma Waajira Preezdaantiitti gaggeessaa jira.
Akka OBN gabaasetti walga’ii kanaan raawwiin Projaktootaa ji’a 8 Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii fi Biiroo Maallaqaa fi Walta’insa Diinagdeen dhiyaatee yaanni itti kennama.
Gabaasni Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Misoomaa hanga ammaatti jiru ni dhiyaata, kallattiin fuulduraas ni kaa’ama jedhameera.
Gabaasni haala raawwii hojii qabeenya albuudaa Naannoo Oromiyaa ni dhiyaata.
Yaanni itti kennamee kallattiin fuulduraa ni taa’a.
Karoorri Imala Badhaadhinaa Oromiyaa waggaa kudhanii dhiyaatee ni raggaasifamas jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.