Fana: At a Speed of Life!

Miinisteerri Galiwwani baatiwwan 9 keessatti galii Birrii biliyoona 100 fi Biliyoona 83 ol walitti qabuu beeksise

Finfinnee, Eebila 20, 2012 (FBC) – Miinisteerri Galiwwani baatiwwan 9 keessatti galii Birrii biliyoona 100 fi Biliyoona 83 ol walitti qabuu beeksise.

Miinisteerri galiwwaani ji’a 9 kessaatti Birrii Biiliyoona 100 fi Biliyoona 90.7 waliitti qabuuf karoorfatee keessaa Birrii biiliyoona 100 fi Biliyoona 83.2 walitti qabuun karooraa isaa 96% milkeessuu beeksiseera.

Rawwiin kunis baajata bara darbee waliin yommuu madaalamuu Birrii biiliyoona 37.5 yookiin 25.6% guddiina agaarsiseera jedha.

Mannii hojii miniisteerichaa gamaggamaa raawwii hojii baatii sagalii vidiyoo koonfiransidhaan adeemsisaa jiraachuu beeksissera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.