Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad daawwannaa hojii Sudaanitti taasisan xumuruun gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojii Sudaanitti taasisaa turan  xumuruun gara biyyaa deebi’an.

Turtii isaaniin Mana Maree Ce’umsa Birmadummaa Sudaaniifi qaamolee dhimmatoota biro waliin marii bu’aa qabeessa taasisuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.