Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliiniin baga gammaddan jedhan

Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ijoollee dhugaa Afrikaa Dooktar Akiiniiyuumii Adeesiinaa fi Dooktar Piiyuutiroo Saaliinii Yuunvarsiitii Finfinneerraa Dooktoreetii kabajaa argachuu keessaniif baga gammaddan jedhaniiru.

Beekkamtiin argattan gumaacha olaanaa damee Diinagdee fi Maahaandisummaan gumaachitaniif kan isiniif maluu jechuun fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.