Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa cinaatti hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.

Haaluma kanaan Pireezidaanti Pool Kaagaamee, Fiiliiksii Tiisheekeedii,Hasan Sheek Mahaammadii fi Ivaariisitee Nidaayyuushiimiiyyee waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

#Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.