Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad magaalaa Saawulaa galan

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif godina Goofaa magaalaa Saawulaa galan.

Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamuufi anga’oota olaanoo federaalaafi naannoo Uummattoota Kibbaarraa walitti babba’e magaalaa Saawulaa wayita gahu hoggantoota olaanoo godinichaa, jaarsolii biyyaafi hawaasa godichaan simatamuu EBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.