Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Afrikaa Kibbaa jiraatan waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Afrikaa Kibbaa jiraatan waliin mari’atan.
 
Dooktar Abiy daawwii isanii Afrikaa Kibbaatin hoggansa amantaa, hawaasa daldalaa fi dameewwan addaddaarratti bobba’an waliin mari’ataniiru.
 
Ityoophiyaanonni kanneen muummee ministiraatin walarguu galateeffatanii, hojiilee biyya keessaa dinqisiifataniiru.
 
Nageenya lammiilee mirkaneessuu fi dhimmoota biroorrattis mari’ataniiru.
 
Dhimmoota ka’anirratti preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoozaa waliin kan mari’atan ta’uu ibsaniiru.
 
Muummee ministiraa Ityoophiyaanonnis waltumsuu akka qaban ibsaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.