Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Ahimad Projaktii Addabaabayii Masqalaa daawwatan

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Addabaabayii Masqalaa daawwatan.

 

Dooktar Abiy projaktichi marsaa jalqabaan hojjettoota kuma 5 kan hirmaachise si’a ta’u, Addabaabayiin seenaa qabeessi kun bifa sadarkaa idil addunyaa eegeen akka xumuramuuf hojjetaama jirchuu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.