Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy, preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) -Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan.
 
Haasaa bilbilaan taasisaniin weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi deebii sirrii kennuuf hoggansa waloo laachuurratti mari’ataniiru.
 
Muummee ministiraa fuula Feesbuukii isaanitiin akka beeksisanitti, gufuuwwan diinagdee miidhaa weerara vaayrasichaatin booda Afrikaa mudachuu danda’u dandamachuuf carraaqqiin waloo barbaachisaadha jedhaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.