Fana: At a Speed of Life!

Mootiin Oomaan MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsan

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Mootiin Oomaan Heeytihaam Biin Xaariiq Muummee Ministira Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadanii dabarsaniiru.

Muummeen Ministira Abiy Ahimad baatii Fulbaana 24, 2014 darbe Muummicha Ministiraa Ityoophiyaa ta’uun irra deebiin muudamusaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsuufii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.