Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Kuweet lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirra buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 7 taasise

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Mootummaan Kuweet lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirra buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu taasiseera.

Mootummaan Kuweet gama dhaabbata Daayrek Eed Kaantirii jedhamuun lammiilee naannoo Amaaraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii magaalaa Dabrabiraanitti argamaniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu taasisuu Daayrektarri dhaabbatichaa Xahaa Mahaammad ibsaniiru.

Dhaabbatichi deeggarsa namoomaa Ityoophiyaaf taasisaa turuu ibsameera.

Maddi :- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.