Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti Hoteeloota ulaagaa of eeggannoo Covid-19 guutaniif waraqaan ragaa laatame

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Hoteeloota ulaagaa of eeggannoo Covid-19 guutaniif waraqaan ragaa laatamuu eegaluu Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii beeksiise.

Adaamaa fi Bishooftuutti Hoteeloota gamaaggamni taasiifameef 38 keessaa 4 Adaamaa, 3 Bishooftuu qabxii madaallii of eeggannoo Covid – 19 guutuun waraqaan beekkamtii kennamuufii ibsameera.

Adeemsa beekkamtii laachuu fi gamaaggama waliigalaa Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimiitti fi Biiroon Aadaa fiTuuriizimii Oromiyaa waloon ta’uun gaggeessuu isaanii ragaan Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimiirraa argame ni agarsiisa.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.