Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti leenjiin itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa jira

Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti leenjiin itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa jira.

Leenjichi magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa Gadaatti laatamaa kan jiru yoo ta’uu, guyyoota 8’f tura jedhameera.

Leenjicharrattis hoggantoonni mootummaa sadarkaa jiraan kumni 1 fi 500 hirmaata jiru.

Bulchiinsa lafaa ammayya’aa diriirsuun weerara lafaa hambisuun dhalootaaf dabarsuuf qoodasanii akka ba’aan himaniiru.

Leenjichaarratti Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeesituun Kilaastera Misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saanii fi Hogganaa Bulchiinsa itti fayyadama lafaa Oromiyaa obbo Taarreqenyii bulultaan argamaniiru.

Lalisee Tasafaayeetu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.