Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaatiif biqiltuun miiliyoonni 341 ol qopha’e

Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaatiif biqiltuun miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 41 ol qopha’uu beeksiseera.

Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti hogganaan biiroo qonnaa naannichaa obbo Maasrashaa Balaachoo, sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa godina Koontaatti eegalchiisaniiru.

Obbo Maasrashaan akka himanitti, sagantaa dhaabbii biqiltuu naannichatti eegaleen biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 41 ol dhaabbiif qophaa’uu himaniiru.

Fireew Alamaayyootu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.