Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa Biirrii miiliyoona 15 taasiise

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa Biirrii miiliyoona 15 fi akaakuu Birrii miiliyoona 5 taasiise.
Jilli Preezdaantii Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaan durfamu lammiilee hongeen miidhaman deeggaruuf gara naannichaa imaluun kan yaadatamuudha.
Miidhaan sababa hongeen ga’e daraan hammaataa ta’uu isaan waltumsuun barbaachisaa ta’uu obbo Ristuun dubbataniiru.
Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad deeggarsa taasiifameef mootummaa fi ummattoota naannoo Kibbaa galateeffataniiru.
Geetasawu Yeshawaastu gabaase.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.