Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ahimad Shiideen hooggantuu IMF waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Hooggantuu Dhaabbata Fandii Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjeevaa waliin mari’ataniiru.

Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiraatuu fi Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyis maricharratti hirmaataniiru.

Dhimmoota sagantaa Riifoormii fi haala riifoormicha tumsuun danda’amurratti mari’ataniiru.

Kiriistaaliinaa Joorjeevaan Itiyoophiyaa waliin hojjechuu kan itti fufan ta’uu dubbataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.