Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwal Aarbaa Preezdaantii Naannoo Afaar ta’uun filataman

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun obbo Awwal Aarbaa Preezdaantii naannichaa taasiisuun filateera.
Obbo Awwal Aarbaan preezdaantii naannichaa ta’uun sirna kakuu raawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.