Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Dippiloomaatoota biyyoota Afrikaa Teessoo isaanii Finfinnee taasiisan waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dippiloomaatoota biyyoota Afrikaa Teessoo isaanii Finfinnee taasiisan waliin mari’ataniiru.

Ambaasaaddaroonni biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan, bakka buutoonni fi hoggantoonni Komishinii Gamtaa Afrikaa marii kanarratti hirmaataniiru.

Dhimmoota haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti mari’achuu isaanii ibsameera.

Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee dippiloomaatoota kanneeniif ibsa taasiisuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.