Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan yaa’ii invastimantii Briitaaniyaa-Afrikaarratti hirmaatan

Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan yaa’ii invastimantii Briitaaniyaa – Afrikaarratti hirmaatan.
 
Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan jila Ityoophiyaa hogganuudhan Ingiliiz, Landanitti yaa’icharratti hirmaataniiru.
 
Jilli Ityoophiyaa yaa’ii invastimantii Briitaaniyaa – Afrikaarratti hirmaatera.
 
Jilichi hirmaannaa yaa’ichaa akkuma xumreen booru gara Daavoos Swiizarlaand imaluun yaa’ii diinagdee idil addunyaarratti akka hirmaatutu eegama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.