Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dassitaa Leeddaamoon hoggantoota Magaalaa Hawaasaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon hoggantoota Magaalaa Hawaasaa waliin mari’ataniiru.

Hojiilee hojjetamaa jiranii fi yeroo itti aanu hojjetamanirratti mari’ataniiru jedhame.

Tajaajilli kenniinsaa akka fooyya’u, Piroojektoonni bu’uraalee misoomaa fi kanneen biro yeroo kaa’ameef keessatti xumuramuu akka qaban Obbo Dassitaan hubachiisaniiru.

Weerara lafaa Ittisuu fi qaala’iinsa gatiirratti xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu kaasuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.