Fana: At a Speed of Life!

Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan Isteefan Awuraa waliin mari’ataniiru.

Mariin isaanii dhimmoota hariiroo biyyoota lameenii cimsuun danda’amurratti kan xiyyeeffate ta’uun ragaan Ministeerichaarraa argame ni mul’isa.

Mootummaan Jarmaan damee faayinaansii keessumaa tajaajila Baankii Ammayyaarratti muuxannoo jiru gara oomishtummaa indaastiritti babal’isu akkataa dandeessisuun nageenyaa Saayibarii fi dhimmoota dijitaalayizeshiniirratti mari’ataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.