Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafeen Toogoo Wucaaleetti hojiilee misoomaa daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad magaalaa Toogoo Wucaaleetti hojiilee misoomaa daawwataniiru.

Manneen waliin jireenyaa ijaarramaa jiran, Dhiyeessa Bishaan dhugaatii fi hojiilee misoomaa biroo magaalaa Toogoo Wucaaleetti hojjetamaa jiru daawwataniiru.

Jilli Obbo Musxafeen durfamu kun dhimmoota hawaasumaa, Diinagdee fi misoomaa magaalichaa ilaalchisee jiraattoota waliin mari’achuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.