Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ristuu Yirdaaw hospitaala jalqabaa Kaambaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw godina Gaamootti hospitaala sadarkaa jalqabaa Kaambaa daawwatan.

Obbo Ristuun hospitaalichatti sirna kenniinsa tajaajilaa daawwataniiru.

Hospitaalichi sababa hanqina maashina daa’imman akka dhalataniin  hoo’ina kennuu, iddoo tursaa fi meeshaaleen tajaajila fayyaa dhabuusaan tajaajila laataa jirurratti Daayreektarri Meedikaalaa hospitaalichaa Dooktar Barakat Tasammaa ibsaniiru.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.