Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Samaraa galan

Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw, hogganaan paartii badhaadhinaa naannoo kibbaa Obbo Xilaahuun Kabbadaa akkasumas hoggantoonni olaanoo naannichaa naannoo Afaar Magaalaa Samaraa galaniiru.

Jilichi gareen shororkeessaa ABUT waraanaa baneen naannoo Afaariitti lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasisuuf har’a naannichaa kan gale.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.