Fana: At a Speed of Life!

Obbo Shimallis Abdiisaan duula hojii misooma sululaa godina Harargee Lixaatti jalqabsiisan

Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan duula hojii misooma sululaa bara kanaa aanaalee godina Harargee Lixaa keessatti eegalchiisaniiru.
Obbo Shimallis godina Harargee Lixaa aanaa Gammachiis ganda Laaftoo Maadariyaa fi aanaa Mi’eessootti duula hojii misooma sululaa bara kanaa eegalchiisaniiru.
Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu guyyaa har’aa godina Harargee Lixaa aanaa garaagaraa keessatti qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwachuun isaa kan yaadatamuudha.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.