Fana: At a Speed of Life!

Obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa buufata xiyyaaraa Nagelleef dhakaa bu’uuraa kaa’an

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) –Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Gujii galeera.

Jilichi wayita godinicha ga’u Abbootiin Gadaa, Jaarsoliin biyyaa fi hoggantoonni godinichaa simannaa taasisaniifiiru.

Obbo Shimallis Abdiisaan dhakaa bu’uuraa ijaarsa buufata xiyyaaraa Nagellee kaa’aniiru.

Jilli kun pirojektiwwan garaagaraa ijaarsi isaanii xumuraman kan eebbisiisan ta’uu ragaan kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.