Fana: At a Speed of Life!

Obbo Taaggasaa Caafoon Sagantaa Yaadannoo Afyaa’ii duraanii Ugaandaarratti hirmaatan

Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Sagantaa Badhaasaa Yaadannoo Afyaa’ii Duraanii Ugaandaa Jaakoob Olaaniyaa Inteebeetti kabajamerratti hirmaataniiru.

Obbo Taaggasaa sagantaa yaadannoo dargaggootaarratti xiyyeeffate kanarratti haasawaa taasisaniin, dargaggoonni Afrikaa duudhaalee fi eenyummaa Afriikummaan bocamuu qabu jechuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.