Fana: At a Speed of Life!

Oomisha Kuduuraa fi Muduraa irraa galiin Doolara miiliyoona 514 ol argamuun ibsame

Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglan darbanitti oomishaalee kuduraa fi muduraa irra galiin Doolara miiliyoona 514.1 argamu Ministeerri Qonna beeksisee.

Baatiwwan saglanitti oomishaa Ililliirraa galiin Doolara miiliyoona 459 .46 argachuuf karoorfamuun eerameera.

Haaluma kanaan oomishaalee hortiikaalcharii toonii kuma 215 fi 884 ol erguun galiin Doolara miiliyoona 514.1 argamuun ibsameera.

Raawwii kun kan bara darbee yeroo walfakkaataan yoo walbira qabamu %94 galma’uu Dhaabbanni Pireesii Ityoophiyaa gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.