Fana: At a Speed of Life!

Oomishni Shiboo qaama ijoo hojii Elektirikaa Raabsuu waan ta’eef damichaaf tumsa gochuutu barbaachisa – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) – Oomishni Shiboo qaama ijoo hojii Elektirikaa Raabsuu waan ta’eef damichaaf tumsa gochuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dhaabbileen biyya keessaa hojii Oomisha Shiboo Daddabarsa Humna Elektirikaa irratti hirmaachuun Indaastirii dhiyeessa Humnaa fi Teeleekoomiif jajjabeessadha.
Oomishni Shiboo qaama ijoo hojii Elektirikaa Raabsuu waan ta’eef damichaaf tumsa guutuu gochuun barbaachisaa ta’uu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.