Fana: At a Speed of Life!

Paarkiin Afrikaa eebbifame

Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Paarkiin Afrikaa eebbifameera.

Suphaan Paarkoota Afrikaa Ityoophiyaa fi Finfinnee xumuramuun tajaajila laachuu eegalaniiru.

Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Paarkii Afrikaa eebbisiisuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preessirraa argame ni muul’isa.

Paarkii Afrikaa dabalatee paarkiiwwan Ityoophiyaa fi Finfinnee har’aa eegalanii tajaajilaaf banaa kan ta’an ta’uu ibsameera.

Iddichaatti qophiileen seenaaa qabeeyyiin, Aadaa fi biyyaalessaa daawwattootaaf dhiyaachaa jiraachuu himameera.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.