Fana: At a Speed of Life!

Paartiileen morkattoota shan ABUTtiin barbadeessuuf qophii ta’uu ibsan

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Paartiileen morkattoota shan ABUTtiin barbadeessuuf qophii ta’uu ibsaniiru.

Garee Shororkeessaa ABUTtiin barbadeessuuf qophii kan ta’an paartii bilisummaa Ityoophiyaa, paartii tokkummaa biyyooleessaa Ityoophiyaa, paartii dhaloota haaraa, paartii Raayyaa Rayyuumaa Diimokiraatawaa fi paartiin Haaromsaa ibsaniiru.

Paartiileen morkattootaa kunneen dhimmicha ilaalchisee guyyaa har’aa ibsa waloo laataniiru.

Ibsichaanis garee Shorokeessaa ABUTtiin barbadeessuuf qophii ta’uusaanii ibsaniiru.

ABUT yoo hin barbadoofnee biyyi nagaa waan hin taaneef gareechaan rakkoon umaataa naannoo Tigraayirraa gahaa jiru dhaabbachuu qaba jedhaniiru.

Dhiibbaa hawaasicharra gahaa jiruu dhaabuu fi waraanaa bane dhaabsisuuf qindoominaan akka mormaan ibsaniiru.

Maanyichaal Azaazaawtu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.