Oduu biyya keessaa Lammiileen 343 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)-Guyyaa har’aa balallii jalqabaaf gaggeeffameen lammiileen Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessaa turan 343 gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoonni hundi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti amantoonni Salaata Iidiirraa tasgabbiin gara dhufaniitti deebi’aa jiraachuu… Obse Wakgari May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)-Guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti salaanni Iid gaggeeffamuusaatiin dura namoonni dhuunfaa muraasni hokkora kaasaniin qabeenyaarra miidhaan qaqqabuu…
Oduu biyya keessaa Ayyaannni Iid Alfaxiir haala tokkummaa fi jaalala cimsuun kabajamuu qaba – Af-Yaa’ii… Sifen Megersa May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) –Ayyaanni Iid Al-Faxii waggaa 1443ffaan qopheessummaa Daayreektoreetii Dhimmoota Hirmaannaa Diyaaspooraa Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad abbootii Amantaa Kiristiyaanaa fi Islaamaaf affeerraa dhiyanaa taasiisan Sifen Megersa May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad abbootii Amantaa Kiristiyaanaa fi Islaamaaf kaleessa affeerraa dhiyanaa taasiisaniiru. Saganicharratti hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Nageenyi gochaa fi hirmaannaa hundaan dhufa – Muftii Hajii Umar Idiriis Sifen Megersa May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa dursaa Muftii Hajii Umar Idiriis kabaja Ayyaana Iid Alfaxiir bara hijiraa waggaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaa magaalaa Roobee, Shaashamannee fi Cirootti kabajamaa jira Sifen Megersa May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaa magaalaa Roobee, Shaashamannee fi Cirootti haala duudhaa amantii Islaamaa eegeen sagantaalee garaagaraan kabajamaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan magaalaa Jimmaa fi Asallaatti kabajamaa jira Sifen Megersa May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan Istaadiyeemii magaalaa fi Asallatti kabajamaa jira. Salaatni Iidaa Afaxiir bara 1443ffaan magaalaa Jimmaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan hordoftoota Amantaa Islaamaa biratti haala hoo'aa ta'een kabajamaa jira. Ayyaannich Ityoophiyaa, Saa'uud…
Waajabila Faanaa Akka falaasamaa fi duudhaa Oromootti Odaan bakka Waaqni hariiroosaa nama wajjiin itti haroomsate Sifen Megersa May 2, 2022 0 Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Akka falaasamaa fi duudhaa Oromootti Odaan bakka Waaqni hariiroosaa nama wajjiin itti haroomsate jedhama. Akkaataa Duudhaa Sirna Gadaa Oromootiin Odaan…
Oduu biyya keessaa Salaata Iidaa Guddicha Ityoophiyaatti gaggeessuuf haaldureen xumuramuu ibsame Ayana Dheressa May 1, 2022 0 Finfinnee, Eebila 23, 2014 (FBC) – Salaata Iidaa Guddicha Ityoophiyaatti gaggeessuuf haaldureen xumuramuu Tajaajilli Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksise. Salaaticharratti Ityoophiyaanonnii…