Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaant Musxafee Mahaammad Piroojektii babal’ina Humna Elektirikaa magaalaa Jigjigaa eebbisiisan

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Piroojektii babal’ina Humna Elektirikaa magaalaa Jigjigaa eebbisiisaniiru.

Humna Elektirikaa waggoota 17f meegaa Vooltii 12 qofa ture yeroo ammaa meegaa Vooltii 31 dabaluun magaalittiin Meegaa Vooltii 43 akka argattu taasiifamuu ragaan Biiroo Kominiikeshinii naannchaarraa argame ni mul’isa.

Mootummaan naaannichaa waggoota arfan darbaniif bu’uuraalee misoomaa hawaasa naannichaa fayyadamoo taasiisanirratti xiyyeeffannoo addaan hojjechaa ture ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.