Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahiwarqi Ambaasaaddaraa Veenezhiwala gaggeessan

Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilwarqi Zawdeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Veenzuweelaa kan turan Ambaasaaddar Modeestoo Ruuwiz Espinoozaab gaggessaaniiru.
Ambaasaaddar Modeestoon turtii waggoota shanan darban Itiyoophiyaatti taasisaniin, hariiroo biyyoota lameenii cimsuu keessatti gahee bahataniif Pireezidaant Saahilawarqi galatteeffachuu ragaan Waajjira Pireezidaantirraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.