Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin duraanii FDRI Ambaasaaddar Mulaatuu Tashoomaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii FDRI Ambaasaaddar Dooktar Mulaatuu Tashoomaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Itti Aanaan Ministira Muummee duraanii FDRI Obbo Addisuu Laggasee fi Kantibaan duraanii Magaalaa Finfinnee Ambaasaaddar Alii Abdoon Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan.

Yaadannoon kun wareegama abbootiin kaffalan haala madaaluun hojjetamuu hoggantoonni duraanii kunneen daawwannaa taasiisaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.