Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Keeniyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaa waliin mari’ataniiru.
Preezdaant Saahilawarq Keeniyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.
Daawwaannaa isaaniin Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaa waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.
Hariiroo waloo biyyoota lamaanii fi naannawaa haala cimsuun danda’amurratti marii taasiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.