Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Shimallis Abdiisaan boqachuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Gameessi qabsoo bilisummaa Oromoo obbo Galaasaa Dilboo addunyaa kanarraa du’aan boqachuu isaanii hordofee Preezdaantiin Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa ergaa gaddaa dabarsaniiru.
“Oromiyaan birbirsa cimaa tokko dhabdee jirti. Gameessa qabsoo bilisummaa Oromoo, jabaa gaafa rakkoo umrisaa guutuu Oromoof wareege, Jaal Galaasaa Dilboo du’aan addunyaa kanarraa boqochuun gadda cimaa natti dhagahame ibsaa Ummata Oromoo maraaf jajjabinan hawwa.”jedha Preezdaant Shimallis.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.