Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad sirna hundeeffama mootummaa haara Ityoophiyaarratti ni argamu

Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaar sirna hundeeffama mootummaa haara Ityoophiyaarratti akka argaman gabaasni Naajiyeeriyaa Gaaridyaan ni muuldhisa.

Preezdaantichi turtii  Ityoophiyaatti taasisaniin hoggantootaa hojii mootummaa waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti ni mari’atuun eegama.

Kana dura Muummee Ministira Abiy Ahimad gara aangootti wayita dhufan preezdaantiichi hawwii gaarii ibsuufi gabaasichi ni muul’dhisa.

Naayijeeriyaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdus cimsitee kan itti fuftuu ta’uu ibsaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.