Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan

Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin durfamu Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwateera.

Daawwannaa kanarratti Preezdaantii naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddamoo, Ministira Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee,Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Namee fi hoggantoonni olaanoon biroo argamaniiru.

Preezdaantiin Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin sochii paarkichaa dinqisiifachuu ragaan Korporeeshinii Misooma Paarkii Indaastiriirraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.