Fana: At a Speed of Life!

Proojaktii maaddii biyyaa ilaalchisee invastaroota biyyaa alaaf ibsi laatamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Proojaktii maaddii biyyaa ilaalchisee invastaroota biyyaa alaaf ibsi laatamaa jira,

Invastaroota biyyaa alaaf proojaktii maaddii biyyaa ilaalchisuun proojaktoota Gorgoraa, Wancii, Kooyshaa fi Cabaraa Curcuraarratti ibsii lataamaat kan jiru.

Ibsicha Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abrahaam Balaay, daayreektarri olaanaa Abbaa Taayitaa Daandiwwan Ityoophiyaa Injinaar Haabtaamuu Tagaanyii fi hoji gaggeessaa proojaktii Gorgooraa Dooktar Fisaaha Tagaany laataniiru.

Ibsichaan proojaktonnii kanneen maal of keessaatti akka qabatan, hawwaata tuuriist fi daandeetti uumama akkasuumas carraa hojii umamuus ka’eera.

Abbootiin qabeenyaa proojaktichaaf deeggarsa akka taasisaniif waamichi dhiyaateera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.