Fana: At a Speed of Life!

Qonnaan Bultoonni Shawaa Bahaa sagalee laachuun hirmannaa siyaasaa mirkaneeffachuuf qophii ta’uu ibsan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultoonni Godina Shawaa Bahaa sagalee laachuun hirmannaa siyaasaa mirkaneeffachuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Qonnaan bultoonni kunneen sagaleen isaanii akka hin mancaane sirnaan paartii siyaasaa bakka isaan bu’u filachuuf qophii ta’uu himaniiru.
Buufataalee konkolaatan hin qaqqabne Gaalaa fi geejjiba aadaa biroo fayyadamuu meeshaalee filannoo imalchiisaa jiraachuu himameera.
Oduma walfakkaatuun jiraattoonni Magaalaa Baatuu fi Maqiis kaardii fudhatan sirnaan itti fayyadamuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Paartii carraa biyyaa murteessuuf ga’ee qabu filachuuf qophii ta’uu himaniiru.
Afawarq Iyyaayyuutu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.