Fana: At a Speed of Life!

Qophummaan lolaa Humni Qilleensaa jecha bira darbee qabatamaan sadarkaa olaanaa irra gaheera – L/J Yilmaa Mardaasaa

Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Qophummaan lolaa Humni Qilleensaa jecha bira darbee qabatamaan sadarkaa olaanaa irra gaheera jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan.

Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa sirna mootummoota darbanii keessa qormaatilee hedduu keessa darbuu Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ibsaniiru.

Birmadummaa fi tokkummaa biyyaalessaa aarsaa ijaaru guddaa kaffaluu kaasaniiru.

Dhaabbatichi fedhii humna namaa guutuurra darbee dhaabbilee biyya keessaa fi alaa biroof deeggarsa ogummaa taasiisaa jiraachuu dubbataniiru.

Hojiilee riifoormiin hojjetaman keessaa tokko hidhannoo humna ofiin guutachuun qophummaan lolaa Humna Qilleensichaa jecha bira darbee qabatamaan sadarkaa olaanaa irra geessisuu ta’uu eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.