Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30, 2015 ni laatama

Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 Fulbaana 30, 2015 eegalee kan laatamu ta’uu Tajaajilli Madaallii barnootaa fi Qormaatilee beeksiise.

Qormaatichi Fulbaana 30, 2015 eegalee Yuunvarsiitiwwanitti kan laatamu ta’uu ragaan tajaajilichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.