Fana: At a Speed of Life!

Raawwiin Hojii bara 2013 Mootummaa Naannoo Oromiyaa qoratamaa jira

Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Raawwiin Hojii bara 2013 Mootummaa Naannoo Oromiyaa qoratamaa jiraachuu ibameera.
Qorannoon raawwii hojii bara 2013 mootummaa naannoo Oromiyaa bakka preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaa argamanitti gaggeeffamaa jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.