Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan ittisaa jaalalli biyyaaf qabu adda -MM Dr Abiy Ahimad

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansaa fi miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI waliin mari’atan.
 
Dooktar Abiy raayyaan ittisaa jaalalli biyyaaf qabu adda ta’uu ibsaniiru.
 
Waan qaban maraa biyya isaanitiif laachuuf qophaa’odhas jedhaniiru.
 
Mariin har’a hoggansaa fi miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI waliin taasise raayyaa itttisaarratti amantaan qabu kan naaf dabaledha jedhan.
 
Hojiilee jijjiirrama ministeerichaarratti mari’atameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.